GC Muhaadaraa University Haramaayaa Main Campus!

Описание к видео GC Muhaadaraa University Haramaayaa Main Campus!

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Muhaadaraan tun Muhaadaraa Haarayaan Yunivarsiitii Haroomaayaa Joollee GC tiif godhe. Waa Sadihin keessatti dubbadhe. Sadeen:

1ffaa. Sodaa Rabbii Qabaatuu
2ffaa. Amaanaa Tiysuu
3ffaa. Guyyaa Yeroon geesse Jaartii Gaarii Filachuu dha. Daawwadhaa waliifis share godhaa Beekumsa Guddaatu keessa jira. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #hakimhassen34 #fyp #islam #islamic #university

Комментарии

Информация по комментариям в разработке