Guta Teklu - Na Gargaari

Описание к видео Guta Teklu - Na Gargaari

#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
Utuu ati na gargaartuu harki kee na qabee jiruu
Ba’uu galuu kootti daandii koo hundatti utuu na furuu
Araarriif arjummaan kee ayyaanni kee osoo na hirkisuu
Hunda dabartee ariifattee utuu naaf geessuu
Ammas dabalee nuffu malee jechan jechuu jaaladhu.

(( Na gargaari(4x))


Eenyutu mala fala dhahee herrega isaan har’a argee
Meeqatu karoorsee fiixaan baasee raawwateefi akka eege
Yoo bari’u aduun baatu guyyaan darbee galgalaa’u
Kunoo boriif sittan iyyadhaa humnakeettan amanadhaa

Geggeessi jireenya koo
Nan gargaaru dandeettiin koo
Jabeessii qabii harka koo
An nan beekaa dadhabbi koo

Bekuumsa ogummaa qabeenya fira angoo qabutti kan hirkate
Tasa waan dhufu yoom hubatee gaarota irra ija keewwate
Eedaa namni hamma qabaa ni tuqamaa ijjaarrii isaa
Ogeessa ta’e hunduu haa dhaabatu
oftuulummaa isaa godhee Waaqa isaa

Комментарии

Информация по комментариям в разработке