Guta Teklu - Na Jaalata

Описание к видео Guta Teklu - Na Jaalata

#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
Na jaalattaa

Waaqa na jaalatuun qabaa (2x)
Na jaalataa inni (Yesus) na jaalataa

Kana caalaa akka na mararfatu
Hin danda'uu ani of gochuu tattaafachuun
Natti agarsiisee bara baraan isa hin kufne
Madaala isaa takka kaasee takka hin buusne
Kana sanaa goodhi achi deemi
Naan hin jennee kana fidii sana guuti
Dudummatti akkan jirutti na simate
Jaalala isaan lubbuu koo fayyifate

Na jaalataa inni (Yesus) jaalataa(4x)
Afaan guutee kanan himu kanadha
Kan naaf galee dhooksaa nan dubbadha
Eenyummaan isaa hojiif mallattoon isaa
Tokkoof tokko jaalala beekamtiin isaa

Aara galfii nagaa tasgabbii dhaa
Jajjabina qabbanaaf boqonnaa dhaa
Gara laafinni isaa araarri isaa
Tarreeffamee hin dhumuu tolummaan isaa

Warqeef meetii caalaa qabeenya dha
Jaalalliisaa kabaja ulfina dha
Waaqa akkanaa duratti simboo argachuun
Eebba eebba caaludha kan isaa ta’uun

Комментарии

Информация по комментариям в разработке