OROMIA11: Oduu 7-2-2024

Описание к видео OROMIA11: Oduu 7-2-2024

OROMIA11: Oduu 7-2-2024

1.Balaa Ibiddaa cimaa magaala Dirre Dhawaa naannawa Dirree Ashawaa "Salbaaj Taraa" jedhamutti ganama hardha mudate miidhaa cimaa qaqqabsiisuun gabaafame.

2.Shawaa Kaabaa Salaalee Aanaa Dharraa keessatti humnoonni hidhattoota Faannoo Amaaraa bifa haaraan ummata dararaa jiraachuun himame.

3.Manni murtii olaanaa Federaalaa komishinarri poolisii naannoo Gaambeellaa duraanii Abuulaa Ubaang bilisa baase.

4.Yunivarsiitiin Finfinnee fi Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniruu.

5.Buqqaatonni 1,400 ol gara godina Kaaba lixa Tigraayitti deebifamanii jiraachuun gabaafame.

6.Turkiin dhimma marii araaraa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti deemu keessa seenuu eegaluun himame.

7.Taphni moo’anii darbuu Geeba Biyyoota Awurooppaa har’a galgala xumura argata

Комментарии

Информация по комментариям в разработке