Hammeenya Nama

Описание к видео Hammeenya Nama

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Dhukkuba nu Fixutti jiru tokko waliin haa laallu. Gorsa Jummaa! Mata dureen isaa Hammeenya Nama Hammachuun Qabdu, je'a. Hawaasa wal hamatan keessa tokkummaan hin jirtu ammas Wal Hamachuun gara Ibiddaati nama qajeelchiti. Tanaafuu Hama khana akkamitti dhiisna? Furmaanni isaa maali? Hamarraa HAMA hayyamamaa taheetu jira, sun hoo maal jechuu dha? Gorsa kana keessa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #hakimhassen34 #islam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке